Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
coraa baduu go.
GAO

bifa baduu, golgolaa'uu; Saani qorri dhawu coraa bada.

coraa dhabuu go.
GAO

bifa dhabuu, huqqachuu; Bonni horii coraa dhabsiisa.

corachuu go.
GAO

1. walitti guurracha'u; Xaafii haphii suuta jedhaniiti coratu. 2. foon baasuu, bayyanachuu; Mucaan e...

coramuu go.
GAO

walitti funaanamuu, guuramuu; Foon coreeti sareedhaa late.

corfee ma.
GAO

sinbirbutaa yookiin sinbirbuteessa, coroffee, culullee.

corgoggee 1 ma.
GAO

muka damee malee guddate, kan dameen xinnaatee dheeratu.

corgoggee 2 ad.
GAO

kan haasaa (dubbii) hinmi'oofne yookiin hintolle.

coroffee
GAO

"corfee" ilaalaa.

corqa ad.
GAO

bilchina  dhaba yookiin firee naqacha.

corqa ad.
GAO

bilchina  dhaba yookiin firee naqacha.

corqaa ma.
GAO

waan bilchina hinqabne. 2. asheeta barbarree, qaaraa.

corquu go.
GAO

1. bilchina jala gawuu,-firee naqachuu; Boqqolloo corqe simbirri nyaatti. 2. kichuu ta'uu, bilchina ...

Sponsors