"coba" ilaalaa.
"cobsiisuu'' ilaalaa.
"cobuu" ilaalaa.
dhibee qaama hormaataa; Cophxoon nama irra bubbule nama maseensa.
1. marga dheeraa kan akka migiraa hodhaa ittiin hodhan. 2. marga angii qabu, kan lafa irra loow...
1. marga dheeraa kan akka migiraa hodhaa ittiin hodhan. 2. marga angii qabu, kan lafa irra loowu...
tapha yookiin taba, qoosa, qaldii.
wallitti funaansa.
firee dabaaqulaa yookiin buqqee.
xiyyoo daraa yookiin gasaa.
waan duubatti hafe, hambaa; Coraa foonii funaaneeti nyaate.
bifa waan ta'ee; Coraan namaa jireenya namaa mul'isa.
bifa baduu, golgolaa'uu; Saani qorri dhawu coraa bada.