Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
conqorsaa
GAO

"cunqursaa" ilaalaa.

conqorsiisuu
GAO

cunqursiisuu  ilaalaa.

Consiis go.
GAO

akka conu gochuu.

Consiis go.
GAO

akka conu gochuu.

conuu go.
GAO

xixinneessanii walitti cimmisuu, kuusuu; "Raada  conaa  jennaan,  jibichi itti nan baasinaa" jedh...

conuu go.
GAO

xixinneessanii walitti cimmisuu, kuusuu; "Raada  conaa  jennaan,  jibichi itti nan baasinaa" jedh...

cooka·ma.
GAO

addaan baasa, addaan foya; Ijoolleetu sa 'a jalaa jabbii  cookee  hidhe.

cooka·ma.
GAO

addaan baasa, addaan foya; Ijoolleetu sa 'a jalaa jabbii  cookee  hidhe.

cookachuu 1 go.
GAO

gargar baafachuu, addaan fooyachuu.

cookachuu 1 go.
GAO

gargar baafachuu, addaan fooyachuu.

cookachuu 2 go.
GAO

bifa baasuu, humna godhachuu, bayyanachuu; Deessuun waan gaarii yoo nyaatte dafteeti cookatti.

cookachuu 2 go.
GAO

bifa baasuu, humna godhachuu, bayyanachuu; Deessuun waan gaarii yoo nyaatte dafteeti cookatti.

cookamuu go.
GAO

addaan bayuu, gar gar foyamuu; Garbuun qamadii keessaa  cookamee biqila ta'e.

cookamuu go.
GAO

addaan bayuu, gar gar foyamuu; Garbuun qamadii keessaa  cookamee biqila ta'e.

cookkee ad.
GAO

1. jallaa  kan ta' e, bita galeessa; Lafa cookkootti bosonuu kiyyoodhaan qabate. 2.gara gadii.

cookkee ad.
GAO

1. jallaa  kan ta' e, bita galeessa; Lafa cookkootti bosonuu kiyyoodhaan qabate. 2.gara gadii.

cooksisuu go.
GAO

akka cooku gochuu.

cooksisuu go.
GAO

akka cooku gochuu.

cookuu go .
GAO

addaan baasuu, gar gar foyuu; Qotiyyoo huqqate kalootti cooku.

cookuu go .
GAO

addaan baasuu, gar gar foyuu; Qotiyyoo huqqate kalootti cooku.

Sponsors