Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
cocoo 1 ma.
GAO

mi'a aannan itti elmatan, okolee yookiin elemtuu.

cocoo 2 ma.
GAO

nyaata dhiirri itiin of sooru; Dargaggeessi cocoo qaleeti  of  soora.

cocoo 2 ma.
GAO

nyaata dhiirri itiin of sooru; Dargaggeessi cocoo qaleeti  of  soora.

cocorree ad.
GAO

bifa adiifi gurraacha makatu.

cocorree ad.
GAO

bifa adiifi gurraacha makatu.

cokkolloo
GAO

"qocholloo" ilaalaa.

cokoo ma.
GAO

eeboo gurra lama qabu.

cokoo ma.
GAO

eeboo gurra lama qabu.

collaga ma.
GAO

dadhabbii yookiin laafina karaa dheeraa irraa yookiin aduu hamaa irraa nama irra gawu.

collaga ma.
GAO

dadhabbii yookiin laafina karaa dheeraa irraa yookiin aduu hamaa irraa nama irra gawu.

collagaa ad.
GAO

1. kan human dhabe. 2. kan coraa hinqabne, huqqataa.

collagaa ad.
GAO

1. kan human dhabe. 2. kan coraa hinqabne, huqqataa.

collagsiisuu go.
GAO

akka coollagu gochuu.

collagsiisuu go.
GAO

akka coollagu gochuu.

collaguu go
GAO

humna dhabuu, laafuu; Aduu hamaan kotte duudaallee hincoollagsa.

collaguu go
GAO

humna dhabuu, laafuu; Aduu hamaan kotte duudaallee hincoollagsa.

collee ad.
GAO

1.kan daagii yookiin abayaa hinta'in; Farda callee yaabbateeti ganamaan galuu danda'e. 2. beekumsa k...

collee ad.
GAO

1.kan daagii yookiin abayaa hinta'in; Farda callee yaabbateeti ganamaan galuu danda'e. 2. beekumsa k...

colleessuu go.
GAO

collee akka ta'utti leenjisuu.

colleessuu go.
GAO

collee akka ta'utti leenjisuu.

Sponsors