gargar bawuu, kutarriuu.
gumaa gumaan gadi bu'a, coba tiifa. 2. akka gaariitti aannan kenna.
keessaa gadi xuruurfachuu; Xaarmusii keessaa bishaan cobsateeti dhuge.
akka cobu gochuu.
gumaa gumaan gadi bu'uu, harca'uu 2. aannan sirriitti kennuu; Dhaltiin nyaattu malee hin cobdu.
"cophxoo" ilaalaa.
"coccopha" ilaalaa.
"coccophsuu" ilaalaa.
"coccophuu" ilaalaa.
yeroo baay'ee gumaa gumaan gadi bu'iisa.
akka coccophu gochuu.
yeroo hedduu gumaa gumaan gadi harca'uu yookiin bu'uu.
mi'a aannan itti elmatan, okolee yookiin elemtuu.