Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ciramuu go.
GAO

1. gar malee muramuu. 2. bakka bakkatti kukkutamuu; foon billaadhaa asiifi achi cirame.

cireensa ma.
GAO

nama qoricha yookiin dawaa dhibee beeku; "Qabda hinjennee cooma qaladhu jedhe cireensi."

cireensa ma.
GAO

nama qoricha yookiin dawaa dhibee beeku; "Qabda hinjennee cooma qaladhu jedhe cireensi."

cirifannoo
GAO

"cichaa 2" ilaalaa

ciriqfachuu
GAO

"cirriiqfachuu" ilaalaa.

ciriqfuu
GAO

"cirriiqfuu" ilaalaa.

ciriqii ma.
GAO

waan yeroo tokko gad bawu; Saani gu'uu jala gaye ciriqii elmama.

ciriqii ma.
GAO

waan yeroo tokko gad bawu; Saani gu'uu jala gaye ciriqii elmama.

cirma ma.
GAO

mataa hinfilamin.

cirma ma.
GAO

mataa hinfilamin.

cirracha ma.
GAO

dhagaa shifii ededa lagaa irratti yookiin laga keessatti argamu.

cirracha ma.
GAO

dhagaa shifii ededa lagaa irratti yookiin laga keessatti argamu.

cirrii arbaa ma.
GAO

gosa allaattii kan  afaanii gar malee guddaa ta'e; Cirriin arbaa caraanuu baay' isa.

cirrii arbaa ma.
GAO

gosa allaattii kan  afaanii gar malee guddaa ta'e; Cirriin arbaa caraanuu baay' isa.

cirrii ma.
GAO

simbira afaan ilmuu kan horii yookiin kotte duudaa nyaattu.

cirrii ma.
GAO

simbira afaan ilmuu kan horii yookiin kotte duudaa nyaattu.

cirriiqfachuu go.
GAO

ilKaan fuulduraa gidduudhaan hancufa baasanii tufuu.

cirriiqfachuu go.
GAO

ilKaan fuulduraa gidduudhaan hancufa baasanii tufuu.

cirriiqfata ma.
GAO

ilkaan ulduraa gidduudhaan hancufa asa.

cirriiqfata ma.
GAO

ilkaan ulduraa gidduudhaan hancufa asa.

Sponsors