Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ciibsuu go.
GAO

1.akka ciisu gochuu. 2. garaa gawuu, gammachiisuu; Hojiin isaa garaa na ciibse.

ciiciwii
GAO

"cuucii11 ilaalaa.

ciifara ma.
GAO

rifeensa mataa guddate, gootana; Citaa bayee ciifara hurgufa.

ciifara ma.
GAO

rifeensa mataa guddate, gootana; Citaa bayee ciifara hurgufa.

ciiga'uu go.
GAO

gar malee tuffachuu, ija jibbaatiin ilaaluu; Addaggeen jecha namaa ciigaati.

ciiga'uu go.
GAO

gar malee tuffachuu, ija jibbaatiin ilaaluu; Addaggeen jecha namaa ciigaati.

ciimma'uu go.
GAO

ciimmaa godhachuu.

ciimma'uu go.
GAO

ciimmaa godhachuu.

ciimmaa ma.
GAO

imimmaan furdaa yookiin qal'aa ija keessaa yaa'u.

ciimmaa ma.
GAO

imimmaan furdaa yookiin qal'aa ija keessaa yaa'u.

ciinca'uu go.
GAO

gar malee gubachuu; foon abidda keessa bu'eeti ciinca'e. 2. gar malee xiraa 'uu; Bakki sun fincan f...

ciinca'uu go.
GAO

gar malee gubachuu; foon abidda keessa bu'eeti ciinca'e. 2. gar malee xiraa 'uu; Bakki sun fincan fi...

ciincaa ma.
GAO

xiraa gar malee.

ciincaa ma.
GAO

xiraa gar malee.

ciinceffachuu go.
GAO

 gar malee gubachuu gar malee aaruu; Mucaan ishii ciincessinaan rukutte.

ciinceffachuu go.
GAO

 gar malee gubachuu gar malee aaruu; Mucaan ishii ciincessinaan rukutte.

ciincessiisuu go.
GAO

akka ciinca'u gochuu.

ciincessiisuu go.
GAO

akka ciinca'u gochuu.

ciincessuu go.
GAO

1.  garmalee gubuu, aarsuu. 2. akka xiraa'u gochuu.

ciincessuu go.
GAO

1.  garmalee gubuu, aarsuu. 2. akka xiraa'u gochuu.

Sponsors