"cidhaa" ilaalaa.
nama tuffacha .
gar malee tuffatamuu.
gar malee nama cabsuu, tuffachuu.
utaalchoon irra qisa ijaa kan oofan darba; Jabaan utaaleeti irra ceeha.
waraqata irratti yaada ta'e katabuu yookiin barreessuu.
1. utaalanii wayi irra darbuu, gamanaa gamasitti darbuu. 2. namaan wal dhabuu; Isaan afaan walitti c...
gosa mukaa.
"ceerceeruu" ilaalaa.
"cuupha" ilaalaa.
qaanii namatti dhagahamu, fokkoo.
gumaa qola keessaa baasa.