Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
carraaqsisuu go.
GAO

akka carraaqu gochuu.

carraaqsisuu go.
GAO

akka carraaqu gochuu.

carraaquu go
GAO

bultii tattafachuuf dhama' uu, tattaafachuu.

carraaquu go
GAO

bultii tattafachuuf dhama' uu, tattaafachuu.

carree ma.
GAO

marqaa dhadhaa baay'een itti naqame; Carreen deessuudhaaf gaariidha.

carree ma.
GAO

marqaa dhadhaa baay'een itti naqame; Carreen deessuudhaaf gaariidha.

carriffachuu go.
GAO

buuphaa osanii fixuu; Handaaqqoon arriffatte waanuma argiite hammatti.

carriffachuu go.
GAO

buuphaa osanii fixuu; Handaaqqoon arriffatte waanuma argiite hammatti.

cassoo ma.
GAO

waldhaansoo 1uka namatti maranii nama kuffisan.

cassoo ma.
GAO

waldhaansoo 1uka namatti maranii nama kuffisan.

catee ma.
GAO

1. gosa miishingaa. 2 . "anfaarroo" ilaalaa.

catee ma.
GAO

1. gosa miishingaa. 2 . "anfaarroo" ilaalaa.

cawwaa ma.
GAO

namoota gogaadi;.iguudhaan beekaman, faaqii.

cawwaa ma.
GAO

namoota gogaadi;.iguudhaan beekaman, faaqii.

cee'a
GAO

"ceeha"  ilaalaa.

cee'a
GAO

"ceeha"  ilaalaa.

cee'ama ma.
GAO

ija hamtuun Laalama, ceekuu irraan ilaalama,  arrabsama.  ceekuu ija hamtuun ilaaluu,

cee'ama ma.
GAO

ija hamtuun Laalama, ceekuu irraan ilaalama,  arrabsama.  ceekuu ija hamtuun ilaaluu,

cee'uu
GAO

"ceehuu" ilaalaa.

cee'uu
GAO

"ceehuu" ilaalaa.

Sponsors