ganamaan mana qabsiisuu, ijoollummaan heerumsiisuu yookiin fuusisuu.
mi'a qotiisaa itti kaa'anii qonnaaf qopheessuu yookiin walitti hidhuu.
atalaa bunaa, siicoo, cumaa; Camboofi soogiddi hoolaa gabbisa.
mi'aawa afaanitti nama dhagayamu; Farsoo unadhuutii camii ilaali.
atara daggalaa.
aannan ititee hintolin, kan ciccite.
gosa qamalee kan garmalee fokkiftu, bineensa garrnalee dhuuftu.
canqaruu ta' iisa; Canqaraa'a ijaa male bareeda qaba.
qisa ijaa kan barmoota irraa yookiin dhaloota irraa nama qabu.
akka canqareessu gochuu.
ija qisuu yookiin ija libsanii yookiin qisanii waa ilaaluu.