akka callisu gochuu.
dubbii dhiisuu, afaan qabachuu; kan callisu dubbii fixa.
"jalqaba" ilaalaa.
"jalqabamuu" ilaalaa.
"jalqabsiisuu" ilaalaa.
"jalqabuu" ilaalaa.
mi'aawa ilaaluu, qammasuu.
1.qonnaa qopheessa. 2. walitti hidhiisa.
qonnaaf qophaa'uu; Qotiyyoonni ganamaan qotiisaaf camadaman.
akka camadu gochuu.
mi'a qotiisaa itti kaa'anii qonnaaf qopheessuu yookiin walitti hidhuu.
hamaaf nama adamsuu; Obbolees$atu isa camade.