Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
addunnaa
GAO

"addunyaa" ilaalaa.

addunyaa ma.
GAO

1. biyya lafaa. 2. qabeenya.

addunyaa ma.
GAO

1. biyya lafaa. 2. qabeenya.

adeela ma.
GAO

karaa, sududa; Adeela saniin as dhufe.

adeela ma.
GAO

karaa, sududa; Adeela saniin as dhufe.

adeemaa 1
GAO

"goondaa" ilaalaa.

adeemaa 1
GAO

"goondaa" ilaalaa.

adeemaa 2 ad.
GAO

1. dhiira dubartii adamsu, saragee. 2. nama deemsa baayyisu.

adeemaa 2 ad.
GAO

1. dhiira dubartii adamsu, saragee. 2. nama deemsa baayyisu.

adeemsa
GAO

"deemsa" ilaalaa.

adeemtuu ad.
GAO

1. kan olii gad deemuu jaallattu yookiin jaallatu. 2. nadheen dhiira adamsitu.

adeemtuu ad.
GAO

1. kan olii gad deemuu jaallattu yookiin jaallatu. 2. nadheen dhiira adamsitu.

adeemuu
GAO

"adeemuu" ilaalaa.

adii ad.
GAO

bifa aannan yookiin cabbii fakkaatu.

adii ad.
GAO

bifa aannan yookiin cabbii fakkaatu.

adoocha
GAO

"hadoocha" ilaalaa.

adoochuu
GAO

"hadoochuu" ilaalaa.

adooda
GAO

"hadooda" ilaalaa.

adooduu
GAO

"hadooduu" ilaalaa.

Adoolessa ma.
GAO

ji'a Waxabajjii fi Hagayya jidduu oolu.

Sponsors