Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
caariggaa'aa ad.
GAO

caariggii kan ta'e.

caariggaa'uu go.
GAO

caariggii ta'uu.

caariggaa'uu go.
GAO

caariggii ta'uu.

caariggii ma
GAO

nyaata otoo hinbukaayin tolfame, qalaxoo; Dhibee garaachaa tiif buddeen caariggiin bayeessa.

caattoo ma.
GAO

ayyaana nama irratti bu'u, kan nama iyyisiisu yookiin warra adamsitu kan gargaaru jedhamee kan amana...

caba ma.
GAO

1.mudaa godhacha. 2 .bakka lamatti bayiisa.

cabaa ad.
GAO

1 . mudaa kan godhate, fayyaa kan hinta' in. 2. miilli tokko kan hinhojjenne, naafa.

cabaqa ma.
GAO

1. haasaa ijoollee afaan hiikuu calqabdee. 2.akka ijoollee reefuu afaan hiikkattuutti dubbacha.

cabaquu go.
GAO

1. dubbii calqabuuf tokko lama jechuu. 2. akka ijoollee reefuu afaan hiikkattuutti dubbachuu.

cabbaqii ad.
GAO

qabeenya guddaa;Inni sooressa cabbaqiidha.

cabbii ma.
GAO

1 .  itita bokkaa kan bokkaa wajjin bu'u. 2.cirracha xinnoo laga keessatti argamu.

Caboo ma.
GAO

gosa Oromoo.

Sponsors