Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
caamfachuu go.
GAO

rooba dabarfachuu; Bokkaa caamfateeti ganamaan karaa calqabe.

caamfamuu go.
GAO

akka hinroobne ta'uu.

caamfamuu go.
GAO

akka hinroobne ta'uu.

caamsaa 1 ma.
GAO

yeroo aduun gar malee o'u, hongee; Horiin ganna beela'e caamsa hinbawu.

Caamsaa 2 ma.
GAO

maqaa ji'aa Kan Eblaafi Waxabajjii gidduu oolu. caamsuu go. akka caamu gochuu, rooba dhowwuu; Warri ...

caamuu go.
GAO

rooba dhiisuu yookiin dhaabuu, goguu; Bokkaan yeroo malee yoo caame midhaan dafeeti gaga.

caancoo 1 ma.
GAO

1. bishaan soogidda qabu. 2. laga bishaan isaa soogidda qabu. 3. makoo fincaaniifi dhoqqee horii; Ca...

Caancoo 2 ma.
GAO

Maqaa magaalaa Shawaa Kaabaa keessatti argamtuu.

caanqaraa'uu go
GAO

ija liphsanii nama ilaaluu.

caanqaraa'uu go
GAO

ija liphsanii nama ilaaluu.

caaqa ma.
GAO

afaaniin namatti boona; Caaqa dhiisiitii waan barbaaddu himadhu.

caaquu go.
GAO

afaaniin boonuu, namatti baacuu yookiin qoosuu.

caariggaa'aa ad.
GAO

caariggii kan ta'e.

Sponsors