Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
caafuu go.
GAO

waraqaa irratti barreessuu, katabuu,

caafuu go.
GAO

waraqaa irratti barreessuu, katabuu,

caakka'uu go.
GAO

muka magarsuu, caakkaa ta'uu.

caakka'uu go.
GAO

muka magarsuu, caakkaa ta'uu.

caakkaa ma.
GAO

lafa muka qabu, bosona.

caakkaa ma.
GAO

lafa muka qabu, bosona.

caakkeeffachuu go.
GAO

muka dhaabanii caakkaa taasisuu.

caakkeeffachuu go.
GAO

muka dhaabanii caakkaa taasisuu.

caala ma.
GAO

baay'ee irra jireenya,dahooma; Caala barbaada hinarganne malee.

caala ma.
GAO

baay'ee irra jireenya,dahooma; Caala barbaada hinarganne malee.

caalchifamu
GAO

"caalsifamuu" ilaalaa.

caalchisuu go
GAO

akka  caalu gochuu.

caalchisuu go
GAO

akka  caalu gochuu.

caalsifamuu go.
GAO

1.harka caalo qabu argachuu. 2. irra jaallatamuu. 3. qoodamuu irra intalatu caalsifame.

caalsifamuu go.
GAO

1.harka caalo qabu argachuu. 2. irra jaallatamuu. 3. qoodamuu irra intalatu caalsifame.

caaluu go
GAO

bira  darbuu  (taruu),irra dheerachuu yookiin baay' achuu; Hojiidhaan nama caaluu malee afaaniin m...

caaluu go
GAO

bira  darbuu  (taruu),irra dheerachuu yookiin baay' achuu; Hojiidhaan nama caaluu malee afaaniin m...

caama ma.
GAO

yeroo rooba hinqabne.

caama ma.
GAO

yeroo rooba hinqabne.

caamfachuu go.
GAO

rooba dabarfachuu; Bokkaa caamfateeti ganamaan karaa calqabe.

Sponsors