Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
addana da.go.
GAO

iddoo kana; Amma waan deebi'uuf addanatti eegi.

addee ma.
GAO

1. maqaa kabajaa kan dubartiin ittin waamamtu. 2."aaddee" ilaalaa.

addee ma.
GAO

1. maqaa kabajaa kan dubartiin ittin waamamtu. 2."aaddee" ilaalaa.

addeecha
GAO

"addeessa" ilaalaa.

addeechuu
GAO

"addeessuu" ilaalaa.

addeeffannaa ma.
GAO

adii taasifacha.

addeeffannaa ma.
GAO

adii taasifacha.

addeenya ma.
GAO

1. adii ta'iisa. 2. dhibamanii yookiin rifatanii Baalacha ta'iisa. 3."gadda" ilaalaa.

addeenya ma.
GAO

1. adii ta'iisa. 2. dhibamanii yookiin rifatanii Baalacha ta'iisa. 3."gadda" ilaalaa.

addeessa 1 ma.
GAO

akka addaatu gocha.

addeessa 1 ma.
GAO

akka addaatu gocha.

addeessa 2 ma.
GAO

waan halkan ifa kennu, baatii, ji'a.

addeessa 2 ma.
GAO

waan halkan ifa kennu, baatii, ji'a.

addeessa 3 ma.
GAO

sagalee maqaaf' maqa dhaal wajjin galee ibsu; Qotiyyoo gurraacha bite yoo jenne "gurraachi" addeessa...

addeessa 3 ma.
GAO

sagalee maqaaf' maqa dhaal wajjin galee ibsu; Qotiyyoo gurraacha bite yoo jenne "gurraachi" addeess...

addeessal ma.
GAO

akka addaatu gocha.

addeessuu go.
GAO

akka addaatu gochuu.

addeessuu go.
GAO

akka addaatu gochuu.

addooyyee ma.
GAO

maqaa hiriyaan durbaa ittiin wal waamtu yookiin hiriyooma durbaa.

addooyyee ma.
GAO

maqaa hiriyaan durbaa ittiin wal waamtu yookiin hiriyooma durbaa.

Sponsors