Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bullaa l ad.
GAO

kan daakamee bullaaye, bullaa' aa; Ororamaa dhiisiitii bullaa naa kenni.

bullaa'aa
GAO

"bullaa" ilaalaa.

bullaa'aa
GAO

"bullaa" ilaalaa.

bullaa'uu go.
GAO

sallaqfamee daakamuu; Akka bullaa'uuf dhakaa sirriitti qari. 2. "bututuu" ilaalaa.

bullaa'uu go.
GAO

sallaqfamee daakamuu; Akka bullaa'uuf dhakaa sirriitti qari. 2. "bututuu" ilaalaa.

bullaalaa
GAO

"handarii" ilaalaa.

bulleeffamuu go.
GAO

akka bullaa' u godhamuu, sallaqamuu.

bulleeffamuu go.
GAO

akka bullaa' u godhamuu, sallaqamuu.

bulleessuu go.
GAO

akka bullaa' u gochuu, sallaquu.

bulleessuu go.
GAO

akka bullaa' u gochuu, sallaquu.

bulleyuu go.
GAO

wal rukutuu, wal dhaanuu.

bulleyuu go.
GAO

wal rukutuu, wal dhaanuu.

bulloo ad.
GAO

loon yookiin farda addi adii, booqaa, gaarree.

bulloo ad.
GAO

loon yookiin farda addi adii, booqaa, gaarree.

bullukkoo ma.
GAO

uffata furdaa gaabii caalu, kan j irbii irraa hojjetamee yeroo baay' ee halkan (yeroo qorraa) uffata...

bullukkoo ma.
GAO

uffata furdaa gaabii caalu, kan j irbii irraa hojjetamee yeroo baay' ee halkan (yeroo qorraa) uffata...

bulluqa 1
GAO

"mooqa l "ilaalaa.

bulluqa 1
GAO

"mooqa l "ilaalaa.

bulluqa 2
GAO

"buhaawaa" ilaalaa.

bulluqa 2
GAO

"buhaawaa" ilaalaa.

Sponsors