Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bulfannaa ma.
GAO

1.akkanama wajjin bulu godhacha. 2. akka yeroo dheeraa nama wajjin jiraatu godhacha. 3. ayyaana kab...

bulgaafachiisuu go.
GAO

akka bulgaafatu gochuu.

bulgaafachiisuu go.
GAO

akka bulgaafatu gochuu.

bulgaafachuu go.
GAO

daa'imti hooqqisuu. 2. quufanii yookiin machaa' anii hooqqisuu.

bulgaafachuu go.
GAO

daa'imti hooqqisuu. 2. quufanii yookiin machaa' anii hooqqisuu.

bulgaafannaa ma.
GAO

nyaati yookiin dhugaatiin sifaawuu didee ol deebisa, diddiga, hooqqisa.

bulgaafannaa ma.
GAO

nyaati yookiin dhugaatiin sifaawuu didee ol deebisa, diddiga, hooqqisa.

bulgaatii ma.
GAO

hooqqisa joollee.

bulgaatii ma.
GAO

hooqqisa joollee.

bulguu ma.
GAO

 nama guddaa ija afur qaba, nama nyaata jedhamee yeroo baay' ee ittiin iJoollee sodaachisan. 2. nam...

bulguu ma.
GAO

 nama guddaa ija afur qaba, nama nyaata jedhamee yeroo baay' ee ittiin iJoollee sodaachisan. 2. na...

bulii 1 ma.
GAO

alkan bulan, bultii;Bulii shan biyyana bule.

bulii 1 ma.
GAO

alkan bulan, bultii;Bulii shan biyyana bule.

bulii 2 ma.
GAO

horii ittiin jiraatan, qabeenya,  bultii ; waan sirriitti hindhamaaneef buliin isaa baay' ee nama h...

bulii 2 ma.
GAO

horii ittiin jiraatan, qabeenya,  bultii ; waan sirriitti hindhamaaneef buliin isaa baay' ee nama h...

bullaa 2 ma.
GAO

daalacha, bifa harree .

bullaa 2 ma.
GAO

daalacha, bifa harree .

bullaa 3 ma.
GAO

gosa nyaataa kan cuunfaa warqee daraare irraa qophaawu.

bullaa 3 ma.
GAO

gosa nyaataa kan cuunfaa warqee daraare irraa qophaawu.

bullaa l ad.
GAO

kan daakamee bullaaye, bullaa' aa; Ororamaa dhiisiitii bullaa naa kenni.

Sponsors