Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bosortii ma.
GAO

dubartii dhirsii irraa du'ee gursummoofte.

bossee
GAO

"muxxee"  ilaalaa.

botee ad.
GAO

kan miilli, harki yookiin qubni irraa cite, qurcii, dooluu.

botoroo ma.
GAO

muka gammoojjii margu, kan yeroo baay'ee ta'u.

bowwaa ma.
GAO

1.  "hallayyaa" ilaalaa. 2. sagalee bakkee tokko irraa fagaataniiyoo baasan deebi'ee namatti dhaga'...

bowwaafachuu go
GAO

mataan  nama dhukkubuu; Aduu keessa taa ooleetan mataan na bowwaafachuu qabe.

bowwoo
GAO

dhukkuba mataa kan yeroo nama qabu mataan nama dhahatu, mataa bowwuu,-Aariiguddaan bowwoo nama qabsi...

bu' aa bayii 2 ma
GAO

waan dhama ' a yooki in carraaqqii Jiruun bu 'aa bayii isatti waan guddatuuf hingabbanne.

bu' achiisuu go.
GAO

akka bu 'atu gochuu.

bu' achiisuu go.
GAO

akka bu 'atu gochuu.

bu'aa 1 ma.
GAO

faayidaa (dantu) daldala irraa argamu,gatii fawuu bitanii gurguran  waan irratti dabalamu; Sadiin b...

bu'aa 2 ma.
GAO

dhibee yoo mardhimmaan nama warraaqe namatti dhaga'amu.

Sponsors