midhaan walitti, makuu.
"borborii" ilaalaa.
bineensa (horii daggalaa) kan foon isaa nyaatamu, kan fiigichi isaa utaalcha fardaa fakkaatu.
waan adii yeroo barsiisan gabatee gurraacha irratti ittiin barreesan, chookii.
1. bakkee hirribaa, diinqa. 2. karaa ulaa gola mi'aa.
mana duuba.
mana duuba. ba'a biiftuutti garagalan harka titaatti hafu, Kaaba magarsuu dide.
lafa qotiisni itti baay'atee dulloomee midhaan magarsuu dide.
lafti dulloomuu.
qonnaa lafatti baay'isanii lafa dulloomsuu.
"borqa" ilaalaa.