Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
boorilee
GAO

"boolalee adii" ilaalaa.

boorracha
GAO

”booracha” ilaalaa.

Boorrachuu 1
GAO

”boorachuu” ilaalaa.

Boorrachuu 1
GAO

”boorachuu” ilaalaa.

Boorrachuu 2
GAO

”boorachuu 3" ilaalaa.

Boorrachuu 2
GAO

”boorachuu 3" ilaalaa.

booruu ad.
GAO

kan taliila yookiin du'u waayee namicha du'ee kaastee akka namni boowu goqtu, tan nama boossistu; "B...

booruu ad.
GAO

kan taliila yookiin du'u waayee namicha du'ee kaastee akka namni boowu goqtu, tan nama boossistu; "B...

boosa ad.
GAO

kan hojii hinbeekne, kan harka hintolle.

boosa ad.
GAO

kan hojii hinbeekne, kan harka hintolle.

boosawuu go.
GAO

boosa ta'uu.

boosawuu go.
GAO

boosa ta'uu.

boosettii ad.
GAO

dubartii hojii hinbareeffanne yookiin hinbeekne, kan harka hintolle.

boosettii ad.
GAO

dubartii hojii hinbareeffanne yookiin hinbeekne, kan harka hintolle.

boosoo
GAO

"boosa" ilaalaa.

boossiftuu ad.
GAO

nama horiin-kennameefi.

boossiftuu ad.
GAO

nama horiin-kennameefi.

boossisuu go.
GAO

akka boowu yookiin boossu gochuu.

boossisuu go.
GAO

akka boowu yookiin boossu gochuu.

boossuu ad.
GAO

nama waan xiqqaaf guddaafis booyicha guddisu (keessumattuu dhalaadhaaf)

Sponsors