Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Boorachuu 2 go.
GAO

xurii guuruu.

Boorachuu 2 go.
GAO

xurii guuruu.

Boorachuu 3 go.
GAO

boora ta'uu yookiin booratti cirachuu (dhiyaachuu).

Boorachuu 3 go.
GAO

boora ta'uu yookiin booratti cirachuu (dhiyaachuu).

Boorana 1 ma.
GAO

gosa Oromoo.

Boorana 1 ma.
GAO

gosa Oromoo.

Boorana 2 ma.
GAO

biyya kan gosni Oromoo Booranaa keessa jiraatu.

Boorana 2 ma.
GAO

biyya kan gosni Oromoo Booranaa keessa jiraatu.

booranticha ma.
GAO

Ayyaana namni tokko tokko dhibaayyuudhaan kadhatu, fakkeenyaaf akka horiin horuuf.

booranticha ma.
GAO

Ayyaana namni tokko tokko dhibaayyuudhaan kadhatu, fakkeenyaaf akka horiin horuuf.

boordee
GAO

”bordee" ilaalaa.

boorechuu
GAO

"booressuu" ilaalaa.

Booree 1 ma.
GAO

tapha ijoolleen gargar ba'an wal rukutanii wal biraa kaatan, tabirree.

Booree 1 ma.
GAO

tapha ijoolleen gargar ba'an wal rukutanii wal biraa kaatan, tabirree.

Booree 2 ma.
GAO

lola barbaada, gaanyii.

Booree 2 ma.
GAO

lola barbaada, gaanyii.

booree baafachuu go.
GAO

hammeenya nama irra gayeef harka deebifachuu, gadoo baafachuu, haaloo baafachuu,

booree baafachuu go.
GAO

hammeenya nama irra gayeef harka deebifachuu, gadoo baafachuu, haaloo baafachuu,

booressuu go.
GAO

akka boora'u gochuu.

booressuu go.
GAO

akka boora'u gochuu.

Sponsors