dubartii of tuultu, koortuu.
of gayiitiin namatti dhaga'amee kooruu.
"balaccuu 1" ilaalaa.
mataa dhahamanii buruquu.
akka bu'ruqsu gochuu.
"booree” ilaalaa.
hangala'aa taliila hinta'in, dhangala'aa waan keessa jiruun waliin dhahamee qulqullummaa dhabe, kan ...
taliila ta'uu dhiisuu, qulqullummaa dhabuu.
bifa daraaraa hadaa fakkaatu.
qotileen yookiin mirgooleen lola yoo barbaadan biyyee gaafaan haadha.
qotileen yookiin mirgooleen lola barbaadanii biyyee gaafaan haadhuu.