Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
adamoo ma.
GAO

"adamsa" ilaalaa.

adamsa ma.
GAO

1. bineensa barbaadanii ajjeesa, adamoo. 2. waan ta'e barbaada; Nama nadheen adamsa guddisu dhibee b...

adamsa ma.
GAO

1. bineensa barbaadanii ajjeesa, adamoo. 2. waan ta'e barbaada; Nama nadheen adamsa guddisu dhibee ...

adamsiisuu go
GAO

akka adamsu gochuu.

adamsiisuu go
GAO

akka adamsu gochuu.

adamsuu go.
GAO

1. adamoo dhaquu. 2. waan ta'e barbaaduu.

adamsuu go.
GAO

1. adamoo dhaquu. 2. waan ta'e barbaaduu.

adaraa
GAO

"hadaraa" ilaalaa.

adaraa kennuu
GAO

"hadaraa kennuu" ilaalaa.

adaraa kennuu
GAO

"hadaraa kennuu" ilaalaa.

Adaree ma.
GAO

1. maqaa sablammii Hararii dur ittiin waamamanii,Hararii. 2. rnaqaa araddaa sablammiin Hararii ittii...

Adaree ma.
GAO

1. maqaa sablammii Hararii dur ittiin waamamanii,Hararii. 2. rnaqaa araddaa sablammiin Hararii itt...

adawii ad.
GAO

nama hamaa namatti yaadu yookiin hojjetu.

adawii ad.
GAO

nama hamaa namatti yaadu yookiin hojjetu.

adda ma.
GAO

1. fuula nyaaraa olii. 2. xinneenya kan ibsu;Lafa adda tokko qaba. 3. hiree yookiin milkii gaarii; ...

adda ma.
GAO

1. fuula nyaaraa olii. 2. xinneenya kan ibsu;Lafa adda tokko qaba. 3. hiree yookiin milkii gaarii;...

addaachuu go.
GAO

1. adii ta'uu. 2. dhibamanii yookiin rifatanii fuulli namaa daaraa fakkaachuu. 3. "gadduu" ilaalaa.

addaachuu go.
GAO

1. adii ta'uu. 2. dhibamanii yookiin rifatanii fuulli namaa daaraa fakkaachuu. 3. "gadduu" ilaalaa....

Addaam ma.
GAO

nama (dhiira) duraan dursee lafa irratti argame (macaafa qulqulluu).

Addaam ma.
GAO

nama (dhiira) duraan dursee lafa irratti argame (macaafa qulqulluu).

Sponsors