Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
boffeessuu go.
GAO

boffee taasisuu.

bogongoo
GAO

"boqoonqa" ilaalaa.

bohaaruu go.
GAO

yeroo ittiin dabarsuu, bashannanuu; Saddeeqa tabachuun bohaaruuf.

bokkaa
GAO

"rooba" ilaaiaa.

bokkolluu ma.
GAO

dhiita yookiin waan dhiita fakkaatu; Uleen bokkolluu qabu taphaaf tola.

Bokkuu 1 ma.
GAO

seera Gadaa keessatti ulee abbaan Gadaa amma barri isaa raawwatutti qabatu.

Bokkuu 2 ma.
GAO

muka midhaan yookiin buna mooyyee keessatti ittiin tuman.

Bokkuu 3
GAO

"bokkolluu" ilaalaa.

Bokkuu 3
GAO

"bokkolluu" ilaalaa.

bokoka ma.
GAO

garaan afuufama, dhiita'a; Beela irra bokoka wayya.

bokoksuu go.
GAO

akka bokoku gochuu; Ammeebaan garaa nama bokoksuu.

bokokuu go.
GAO

1.garaan afuufamuu, dhiita'uu. 2. aaranii waan hundaan oodanii taa'uu, mufachuu.

bolaalee
GAO

"bulaalee" ilaalaa.

Sponsors