Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bobeechisuu
GAO

"bobeessisuu" ilaalaa.

bobeeffachuu go.
GAO

abiddi akka abatu yookiin arraba baasu godhachuu.

bobeeffachuu go.
GAO

abiddi akka abatu yookiin arraba baasu godhachuu.

bobeessa ma.
GAO

akka abiddi arraba yookiin labooba baasu gocha.

bobeessa ma.
GAO

akka abiddi arraba yookiin labooba baasu gocha.

bobeessisuu go.
GAO

akka bobeessu gochuu.

bobeessisuu go.
GAO

akka bobeessu gochuu.

bobeessuu go.
GAO

qilleensa itti afuufanii yookiin afarsanii abiddi akka qabatu yookiin arraba baasu gochuu.

bobeessuu go.
GAO

qilleensa itti afuufanii yookiin afarsanii abiddi akka qabatu yookiin arraba baasu gochuu.

boca
GAO

"soqa”ilaalaa.

bocaachuu
GAO

"soqachuu” ilaalaa.

bocama ma.
GAO

sibiilaan dhaqni irraa kaachisama, soqama.

bocama ma.
GAO

sibiilaan dhaqni irraa kaachisama, soqama.

bocamuu
GAO

"soqamuu 2" ilaalaa.

bocciisuu
GAO

"soqsiisuu 1" ilaalaa.

boccisiisuu go.
GAO

akka bocu gochuu.

boccisiisuu go.
GAO

akka bocu gochuu.

boccisuu go.
GAO

sagalee dhangala' aa hirdhuu mi'a keessaa yoo warraaqsan dhageessisu, bocci bocci jechuu.

boccisuu go.
GAO

sagalee dhangala' aa hirdhuu mi'a keessaa yoo warraaqsan dhageessisu, bocci bocci jechuu.

boccoqa ma.
GAO

afaan guuttatanii kuta yookiin harkaan kuta.

Sponsors