Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
boba'uu go.
GAO

abiddi laboobuu yookiin arraba bqasuu.

bobaa ma.
GAO

hundee harkaa kan jalaan yeroo dargaggummaa rifeensa magarsu.

bobaa ma.
GAO

hundee harkaa kan jalaan yeroo dargaggummaa rifeensa magarsu.

bobba'uu go.
GAO

1.horiin qeyeedhaa bakkee guyyaa oolan deemuu. 2. namni qeyeedhaa bakka hojii hojjetu deemuu.

bobba'uu go.
GAO

1.horiin qeyeedhaa bakkee guyyaa oolan deemuu. 2. namni qeyeedhaa bakka hojii hojjetu deemuu.

bobba’a ma.
GAO

1.horiin qeyeedhaa bakkee guyyaa oolu deemsa. 2. namni qeyeedhaa gara hojiitti deemsa.

bobba’a ma.
GAO

1.horiin qeyeedhaa bakkee guyyaa oolu deemsa. 2. namni qeyeedhaa gara hojiitti deemsa.

Bobbaa 1
GAO

"bobba’a ”  ilaalaa.

Bobbaa 1
GAO

"bobba’a ”  ilaalaa.

Bobbaa 2
GAO

"albaatii 1" ilaalaa.

Bobbaa 2
GAO

"albaatii 1" ilaalaa.

bobbaafachuu go.
GAO

horii qeyeedhaa gara oolanitti ooffachuu.

bobbaafachuu go.
GAO

horii qeyeedhaa gara oolanitti ooffachuu.

bobbaasa ma.
GAO

Horii qeyeedhaa bakka oolanitti ooficha, akka bobba'an gocha.

bobbaasa ma.
GAO

Horii qeyeedhaa bakka oolanitti ooficha, akka bobba'an gocha.

bobbaasisuu go.
GAO

akka bobbaasu gochuu.

bobbaasisuu go.
GAO

akka bobbaasu gochuu.

bobbaasuu go.
GAO

qeyeedhaa gara oolanitti oofuu, akka bobba'an gochuu:Horii bobbaasuu diddeeti amma ammaa qeyee dhaab...

bobbaasuu go.
GAO

qeyeedhaa gara oolanitti oofuu, akka bobba'an gochuu:Horii bobbaasuu diddeeti amma ammaa qeyee dhaab...

bobeecha
GAO

"bobeessa" ilaalaa.

Sponsors