Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
birriiqsisuu go.
GAO

akka aannan baay'ee kennitu soorachuu,2. mirgisiisuu.

birriiqsisuu go.
GAO

akka aannan baay'ee kennitu soorachuu,2. mirgisiisuu.

birriiqxuu ad.
GAO

horii aannan baay'ee kennitu, mirgituu

birriiqxuu ad.
GAO

horii aannan baay'ee kennitu, mirgituu

birriisa
GAO

"meeta" ilaalaa.

birrisiisuu go.
GAO

”aannan dhowwachiisuu" ilaalaa.

birrisiisuu go.
GAO

”aannan dhowwachiisuu" ilaalaa.

birrisuu
GAO

"birrisiisuu" ilaalaa.

birroo ma.
GAO

garbuu birraa faca'u kan bifti isaa adii.

birroo ma.
GAO

garbuu birraa faca'u kan bifti isaa adii.

birtaa’aa ma.
GAO

seera fuudhaafi heerumaa keessatti nama akka obboleessaatti laalamu, keessattuu durba heerumtuuf.

birtaa’aa ma.
GAO

seera fuudhaafi heerumaa keessatti nama akka obboleessaatti laalamu, keessattuu durba heerumtuuf.

birtaa’uu go.
GAO

of jibbuu, of tuffachuu.

birtaa’uu go.
GAO

of jibbuu, of tuffachuu.

birteessuu go.
GAO

nama xinneessuu, busheessuu, tuffachuu.

birteessuu go.
GAO

nama xinneessuu, busheessuu, tuffachuu.

birzii ma.
GAO

bulbula damma irraa qophaawu, kan geeshoon itti hinnam'ine.

birzii ma.
GAO

bulbula damma irraa qophaawu, kan geeshoon itti hinnam'ine.

bisaan
GAO

"bishaan” ilaalaa.

bishaan jilbaa ma.
GAO

dhangala 'aa qadaada jilbaa keessa dhalootumaan jiru.

Sponsors