yeroo dhuma gannaatii qabee amma bonaatti jiru.
bineessa daggalaa, kan bosonuu yookiin borofa fakkaatu.
bifa boora fakkaatu.
1.(horii) ganzaba Itoophiyaa kan bara mootii Minilik sibiila irraa qophaaye. 2.horii Itoophiyaa ka...
"meeta" ilaalaa.
odoo hinelmamin buluu; Saani birrii bule ganama mirgeeti elmama.
odoo hinelmamin ooluu.
aannan baay’ee kenna,mirga.
kan harka baldhatu, harjaa.
Akka aannan baay'ee kennitu soorachuu.