bakka sanitti.
bakka biraatti miti, iddoo dhuma sana.
karuma saniin. 2. itti fufeetoo, itti ida'eetoo, "Baadiyyaa deemeetiachumaan xaafii bitatee dhufe."
karuma saniin. 2. itti fufeetoo, itti ida'eetoo, "Baadiyyaa deemeetiachumaan xaafii bitatee dhufe."...
nama balleessetti tarkaanfii yookiin murtii fudhachuu.
1. gosa Oromoo. 2. maqaa biyya warra Ada'aa.
maqaa obboleettii abbaa yookiin haadhaa ittiin yaaman.
"adaadaa" ilaalaa.
muka daraaraan daraaraa handoodee fakkaatu.
"hadaamii" ilaalaa.
adaamii biyya gammoojjiitti margu, kan ija (firee) isaa nyaatan.
kan namaa yookiin wayii hilu.