Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bilisa ma.
GAO

garbummaa jalaa ba'a, ormaan mo'amuu (orma jalatti buluu) jalaa baya.

bilisoomsuu go.
GAO

garbummaa jalaa baasuu, bilisa argachiisuu.

bilisoomsuu go.
GAO

garbummaa jalaa baasuu, bilisa argachiisuu.

bilisoomuu go.
GAO

garbummaa jalaa bawuu, bilisa ta'uu.

bilisoomuu go.
GAO

garbummaa jalaa bawuu, bilisa ta'uu.

bilisummaa ma.
GAO

bilisa ta'iisa, birmadummaa, walabummaa.

bilisummaa ma.
GAO

bilisa ta'iisa, birmadummaa, walabummaa.

billaa ma.
GAO

"halbee 1" ilaalaa. 2. sibiila gabaabduu ara qabdu, kan ittiin daggala ciran.

billaa ma.
GAO

"halbee 1" ilaalaa. 2. sibiila gabaabduu ara qabdu, kan ittiin daggala ciran.

billaacha ma.
GAO

barartuu xixiqqoo laboobaa m±idhagina (buburree) qabdu; "Billaachi kan ofii hinqabne dhakaatti uwwi...

billaacha ma.
GAO

barartuu xixiqqoo laboobaa m±idhagina (buburree) qabdu; "Billaachi kan ofii hinqabne dhakaatti uwwi...

billic jechuu go.
GAO

tasa ifuu.

billic jechuu go.
GAO

tasa ifuu.

biluu ad.
GAO

diimaa dhiiga fakkaatu.

biluu ad.
GAO

diimaa dhiiga fakkaatu.

bineensa
GAO

”bineessa 1” ilaalaa.

Bineessa 1 ma.
GAO

1.uumama kottee afurii kan daggalatti galu. 2 waraabessa (uumama) alkan alkan yuusu, majaa. 3. "bofa...

Bineessa 1 ma.
GAO

1.uumama kottee afurii kan daggalatti galu. 2 waraabessa (uumama) alkan alkan yuusu, majaa. 3. "bofa...

Bineessa 2 ad.
GAO

nama nama hinjaallanne, kan kobaa jiraatu.

Bineessa 2 ad.
GAO

nama nama hinjaallanne, kan kobaa jiraatu.

Sponsors