Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bilchoo
GAO

"bilchaattuu 2" ilaalaa.

bildiima ma.
GAO

biyyee diimaa.

bildiima ma.
GAO

biyyee diimaa.

Bilii 1 ma.
GAO

raammoo diimtuu uffata nyaattu; Uffata yoo qilleensatti  odoo hinbaasin yeroo baay'ee tursiisan bil...

Bilii 1 ma.
GAO

raammoo diimtuu uffata nyaattu; Uffata yoo qilleensatti  odoo hinbaasin yeroo baay'ee tursiisan bil...

bilii2 ma.
GAO

haada baattoo qabu kan dhakaan darbatan, furrisa.

bilii2 ma.
GAO

haada baattoo qabu kan dhakaan darbatan, furrisa.

bilillee ma.
GAO

mi'a bifti isee akka birciqqoo taatee, akka willee jala furdattee morma qaldhattu, kan daadhii ittii...

bilillee ma.
GAO

mi'a bifti isee akka birciqqoo taatee, akka willee jala furdattee morma qaldhattu, kan daadhii ittii...

biliq jechuu go.
GAO

yeroo gabaabduutti du'uu, dafanii du'uu.

biliq jechuu go.
GAO

yeroo gabaabduutti du'uu, dafanii du'uu.

biliqa ma.
GAO

wayuu utuu hinhafiin dhuma.

biliqa ma.
GAO

wayuu utuu hinhafiin dhuma.

biliqii ma.
GAO

yeroo gabaabduu amma libsuu ijaa; Biliqii tokkoon utaalee gama bu'e.

biliqii ma.
GAO

yeroo gabaabduu amma libsuu ijaa; Biliqii tokkoon utaalee gama bu'e.

biliqqee ma.
GAO

raammoo alkan (yeroo dukkanaa) iftu.

biliqqee ma.
GAO

raammoo alkan (yeroo dukkanaa) iftu.

bilisa baaftuu ad.
GAO

kan uummata bilisa argachiistu.

bilisa baaftuu ad.
GAO

kan uummata bilisa argachiistu.

bilisa ma.
GAO

garbummaa jalaa ba'a, ormaan mo'amuu (orma jalatti buluu) jalaa baya.

Sponsors