Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
baya biiftuu ma.
GAO

1. ganama yeroo biiftuun baatu. 2. karaa biiftuun baatu.

baya ma.
GAO

1. keessaa alatti muldhacha; Adabatee hintaa'u ammaa amma baya guddisa. 2. irraa hafa, hubamuu hafa,...

baya ma.
GAO

1. keessaa alatti muldhacha; Adabatee hintaa'u ammaa amma baya guddisa. 2. irraa hafa, hubamuu hafa...

Bayee 1 ma.
GAO

karaa yookiin balbala bayaniin.

Bayee 1 ma.
GAO

karaa yookiin balbala bayaniin.

bayee2
GAO

"ba'eessa" ilaalaa.

bayee3 ad.
GAO

kan bara dabarse, kan mana baye; Damma baye muratee nyaate.

bayee3 ad.
GAO

kan bara dabarse, kan mana baye; Damma baye muratee nyaate.

bayeecha
GAO

"ba'eessa" ilaalaa.

bayeessa
GAO

"ba'eessa" ilaalaa.

bayiisa
GAO

"baya" ilaalaa.

bayyana ma.
GAO

murtii kenna,seerri itti jigiisa.

bayyana ma.
GAO

murtii kenna,seerri itti jigiisa.

bayyanachiisuu go.
GAO

akka bayyanatu gochuu.

bayyanachiisuu go.
GAO

akka bayyanatu gochuu.

bayyanachuu go.
GAO

1.dhawaata wayyaa'uu, nabseen namatti deebi'uu; Horiin bona hubame ganna bayyanachuu hin'oolu. 2. da...

bayyanachuu go.
GAO

1.dhawaata wayyaa'uu, nabseen namatti deebi'uu; Horiin bona hubame ganna bayyanachuu hin'oolu. 2. da...

bayyanattuu ad.
GAO

kan reefu itti wayyaa'aa deemu. 2. kan dadhabbii irraa hafte.

bayyanattuu ad.
GAO

kan reefu itti wayyaa'aa deemu. 2. kan dadhabbii irraa hafte.

bayyansiisuu go.
GAO

akka bayyanu gochuu, murtii kennisiisuu.

Sponsors