ganama irraa yeroo gara guyyaatti siksuu, turuu.
turiisa ganamaa, yeroo ganama irraa gara guyyaatti harkisa; Namni dafeehirribaa hinkaane barfatagud...
turiisa ganamaa, yeroo ganama irraa gara guyyaatti harkisa; Namni dafeehirribaa hinkaane barfatagu...
"bargaanfachiisuu" ilaalaa.
"bargaanfachuu" ilaalaa.
"bargaanfannaa" ilaalaa.
luka lamaan addaan qabachuu.
luka lamaan addaan qabannaa.
bargii yookiin bargoo ta' uu.
bargii yookiin bargoo taasisuu.
Kan hin bilchaanne, dheedhii, bajjii.
"bargii" ilaalaa.
bifa diiminatti gaalchu, kan diimachuu hedu, kan bilchaachuu jala gaye, garajii.