Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
abjoochuu
GAO

"abjootuu" ilaa'laa.

abjootuu go.
GAO

abjuu arguu.

abjootuu go.
GAO

abjuu arguu.

abjuu ma.
GAO

1. waan hirriba keessa namatti mul'atu, dhufu yookiin argan. 2. waan dhugaa hintaane, soba; Odoo hin...

abjuu ma.
GAO

1. waan hirriba keessa namatti mul'atu, dhufu yookiin argan. 2. waan dhugaa hintaane, soba; Odoo hi...

ablee
GAO

"halbee" ilaalaa.

aboochifachuu
GAO

"haboottifachuu" ilaalaa.

aboochisuu
GAO

"haboochisuu" ilaalaa.

aboota
GAO

"haboota" ilaalaa.

abootamuu
GAO

"habootamuu" ilaalaa.

aboottaa
GAO

"haboottuu" ilaalaa.

aboottee
GAO

"haboottuu" ilaalaa.

aboottifachuu
GAO

"haboottifachuu" ilaalaa.

aboottoo
GAO

"haboottuu" ilaalaa.

aboottuu
GAO

"haboottuu" ilaalaa.

aboruu
GAO

"abboroo" ilaalaa.

aboyyadee
GAO

"abujadii" ilaalaa.

abraasaa ma.
GAO

1. maqaa mukaa. 2. "Afraasaa" ilaalaa.

abraasaa ma.
GAO

1. maqaa mukaa. 2. "Afraasaa" ilaalaa.

abruu
GAO

"harbuu" ilaalaa.

Sponsors