Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
127 Jechoota
yowaayoo ma.
GAO

bara yeroo keessa jiranii, yefoo ammaa.

yuu 1 fu.
GAO

sagalee maqaa yookiin gocha irratti galee cimsanii haasa'uu agarsiisu; Atiyyuu deemtu ishiin tole hi...

yuu 2 je.
GAO

sagalee waamicha deebii ittiin kennan, sagalee ittiin owwaatan; Yoo namni si waame "yuu"  jedhi.

yuuba ma.
GAO

qajjiisa mataa kan luuccaa yookiin qiciicaa hinta'in, gafare; "Hirroo ehee, Hiriyoo ehee. Martiin yu...

yuusa ma.
GAO

iyya waraabessaa.

yuusisuu go.
GAO

akka waraabessaatti iyyisiisuu; Mucaa qwnmuudeeti (qimmiideeti) yuusise.

yuusuu go.
GAO

1. waraabessi iyyuu. 2. akka waraabessaatti iyyuu.

Sponsors