Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
127 Jechoota
yaammachuu go.
GAO

ofiif jedhanii kottu jechuunii, waammachuu.

yaamsisuu go.
GAO

akka yaamu gochuu, waamsisuu.

yaamuu go.
GAO

gara ofiitti akka dhufuuf sagalee ittiin gawuu, kottu jechuu, waamuu; Cidha qopheeffattanii fira yaa...

yaaphachiisuu
GAO

"yaabbachiisuu" ilaalaa.

yaaphachuu
GAO

"yaabbachuu" ilaalaa.

yaaphata
GAO

"yaabbata1,2" ilaalaa.

yaaphatamuu go.
GAO

yaaphii irra 'ooluu; Fardi geejjibni sun yaaphatamuu calqabe.

yaaphii
GAO

"yaabbii" ilaalaa.

yaaqii
GAO

"haqa 1" ilaalaa.

yaasa ma.
GAO

karaa qabsiisa, bobbaasa; 2. keessaa dhangalaasa.

yaasisuu go.
GAO

akka yaasu gochuu.

yaasuu go.
GAO

1. karaa qabslisuu, bobbaasuu; Tikseen ganamaan ameessa kalootti yaaste. 2.keessaa dhangalaasuu yook...

yabala ma.
GAO

bidiruu bishaan ittiin cehan.

yabaloo 1
GAO

"yabala" ilaalaa.

yabaloo2 ad.
GAO

gosa margaa.

yabbachuu go.
GAO

furdachuu, yabbuu ta'uu; Midhaan yabbate akka gaariitti ija hingodhatu.

yabbina ma.
GAO

furdina, gabbina; Lafa yabbina qabu midhaan qotatu.

yabbisuu go.
GAO

yabbuu yookiin furdaa taasisuu.

yabboo ma.
GAO

jirma (muka furdaa guddaa) kan diinqa ciisichaa ittiin degga'atan (deggaratan),gulantaa diinqaa; Yab...

yabbuu ad.
GAO

1. walitti dhiyaatee kan marge; Midhaan yabbuun hindhalu. 2. kan furdina qabu;Eelee yabbuun daftee h...

Sponsors