Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
127 Jechoota
yaada ma.
GAO

dubbii mataa namaa keessa naanna'u yookiin deddeebi'u; raada guddisuun nama mi a. 2. nama nama bira ...

yaadachiisuu go.
GAO

akka yaadatu gochuu.

yaadachuu go.
GAO

wanni irraanfatan sammuu namaatti deebi'ee qhufuu.

yaadamuu go.
GAO

yaadni sammuu keessa deddeebi'ee hubatamuu.

yaadda'uu go.
GAO

yaadni osmatti galuu,yaadni nama qabuu; Bedsiin nama yaaddessa.

yaaddachiisuu
GAO

"yaadachiisuu" ilaalaa.

yaaddachuu
GAO

"yaadachuu" ilaalaa.

yaaddamuu
GAO

"yaadamuu" ilaalaa.

Yaaddoo
GAO

"yaada" ilaalaa.

yaaduu go.
GAO

1. Jaalalli yookiin arguuf hawwii guddaan namatti dhaga'amuu. 2.itti heduu; Gamni yaadaan bula; Yaad...

yaafachiisuu go.
GAO

akka yaafatu gochuu,akka hatu gochuu; Keessa beekaatu horii namaa yaafachiisa.

yaafachuu go.
GAO

mooraadhaa baasanii fudhachuu; Hattuutu horii Jalaa yaafate.

yaafamuu go.
GAO

1.gadi naqamuu, dhangalaafamuu. 2.gadi lakkifamuu, bobbaafamuu.

yaala ma.
GAO

nyaataan soora. 2. malaan qabiisa.

yaalachuu go.
GAO

nyaataan soorachuu. 2. malaan waldhaannachuu. 3. ijibbaata ga'achuu.

yaalamuu go.
GAO

1.qorichaan wal'aanamuu 2. malaan qabamuu. 3. ijibbaata ga'amuu.

yaalchisuu
GAO

"yaalsisuu" ilaalaa.

yaallachuu
GAO

"yaalachuu" ilaalaa.

yaalsisuu go.
GAO

akka yaalu gochuu.

yaaluu go.
GAO

1. nyaataan sooruu, gabbisuu. 2. malaaan waldhaanuu, sossoeuu; sa'a didaa odoo hinyaalin hingurguran...

Sponsors