Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
226 Jechoota
xireeffachuu go.
GAO

ajeeffachuu, baay'isanii jibbuu;Amma fe'anillee miidhaman fira ofii xireeffachuun nama rakkisa;Yoo q...

xireeffamuu go.
GAO

jibbamuu.

xireeffata ma.
GAO

Jibba. 2. hanqaaquu cuucii ta'uu hate, kan yoo cabe hara malee ajaa'u, ajeessaa.

xireessuu go.
GAO

akka xiraa'u gochuu, foolii balleessuu.

xirinyii ma.
GAO

bineensa daggalaa, tan halkan keessa asiifi achi deemtu, tan fooliin ishee urgaawu. 2. dafqa yookiin...

xirooftuu ad.
GAO

tan xurii baay'ee of irraa qabdu,tan xurii guurte, godhatte.

xirqanuu go.
GAO

sagalee bineensi akka  qeerransaa(keessumattuu yeroo gaanu) wal irraa kukkutaa  dhageessisu, harqu...

xirribbaa ma.
GAO

muka gabaabduu waa  itt1 hidhuudhaaf lafa keessatti gadi rukutan, chikaala.

xis ximbisi Je.
GAO

jecha yeroo baay'ee daa'imni akka afuura (hinboonye) ittiin dhowwan; Mee xis ximbisi Jedhi, yoon si ...

xiyya ma.
GAO

iddaa yookiin futiisa.

xiyyaara
GAO

"roophilaa" ilaalaa.

xiyyee
GAO

"xi'oo"  ilaalaa.

xiyyiitii ma.
GAO

"rasaasa" ilaalaa.

xiyyoo
GAO

"qarqara" ilaalaa.

xiyyoomuu go.
GAO

jabaachuu, cimaa ta'uu.

Xobbee ad.
GAO

kan hinbilchaanne, kichuu, corqaa.xobbiria ma. xoboee ta'iisa.

xombee
GAO

"xobbee" ilaalaa.

xomboora
GAO

"daamotii" ilaalaa.

xoolla' a ma.
GAO

bokkaadhaan,yookiin bishaaniin, w.k.f.,tortora, laafa.

xoolla'uu go.
GAO

bishaaniin,pokkaadhaan, w.k.f. tortoruu yookiin garmalee laafuu.

Sponsors