Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
226 Jechoota
xaxuu go.
GAO

1. akka hinhiikamnetti gudunfuu. 2. rakkoo uumuu.

xayyaara
GAO

"roophilaa" ilaalaa.

xeba ma.
GAO

dubbii faayidaa hinqabne, xibaara.

xeebaa ad.
GAO

nama waan faayidaa hinqabne dubbatu.

xeebduu ad.
GAO

nama waan hintaane dubbattu, xibaartuu.

xeebuu go.
GAO

waan hintaane yooRiin dubbii faayidaa hinqabne dubbachuu, xibaaruu.

xeellaa ad.
GAO

sodaattuu, kan onnee hinqabne; Xeellaan kun!rukutamee baqatee gale.

xeelleasuu go.
GAO

xeellaa taasisuu, sodaachisuu.

xeelloo 1 ad.
GAO

nama magaala miidhagu.

xeelloo 2
GAO

"xeellaa" ilaalaa.

xeerii ma.
GAO

walakkaa hudduu udaanii, munnee (qaanii). 2. dubartii Kan hormaataa mar'immaan furdaa. 4. "xeellaa 1...

xelxeba
GAO

"xalxaba" ilaalaa.

xi 1 jechuu 1 go.
GAO

amma afaan gawutti guutamuu.

xi jechuu 2 go.
GAO

tuffii yookiin jibba agarsiisuuf gorora ilkaan gidduun alaalatti qal'isanii cirriqsuu.

xi'oo ma.
GAO

eeboo yookiin muka qal'aa qara qabu, kan iddaadhaan yookiin futtisaadhaan tokkosan.

xibaara ma.
GAO

1. waari hintaane odeessa, dubbii usa yookiin faayidaa hinqabne odeessa. 2. fago.

xibaarsisuu go.
GAO

1. waan hintaane yookiin dubbii faayoo hinqabne haasofsiisuu. 2. fagsiisuu.

xibaartuu ad.
GAO

1. xeebduu. 2. tagduu.

xibaaruu go.
GAO

1. waan hintaane odeessuu, xeebuu. 2. faguu.

xibbiqqoo ma.
GAO

huccuu xinnoo yookiin kittaa kan yeroo baay'ee daa'imaaf qophaawu, gaddiroo.

Sponsors