Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
wenna'uu
GAO

"wennawuu" ilaalaa.

wennachuu go.
GAO

seeraan yookiin seera malee waa ta'eef aaruu.

wennoo
GAO

"wenna'a" ilaalaa.

wesee ma.
GAO

nyaata warqee irraa qophaa'u.

wiirtuu ma.
GAO

wal ga'ii rifeensa mataa yookiin bishaanii; Wiirtuun bishaanii badaa ta'ullee ni nyaata. 2. walakkaa...

wiituu
GAO

"wiirtuu" ilaalaa.

wiixaa ma.
GAO

gosa margaa kan mi'a adda addaa ittiin qopheeffatan, migira; Wiixaan gundoo loggomte.

Wiixata ma.
GAO

guyya Dilbataafi Kibxata jidduu jiru, Dafinoo, Hojja duree; Gabaa Wiixataa bayeeti qotiyyoo bitate.

wooshoo ma.
GAO

korbeessa hoolaa yookiin re'ee, kan tumaalessa hinta'in, korpheessa.

Wowwaachlsuu
GAO

"watwaachisuu" ilaalaa.

wowwaachuu
GAO

"watwaatuu" ilaalaa.

wuchurraa'a
GAO

"uchurraa'a" ilaalaa.

wuchurreessuu
GAO

"uchurreessuu" ilaalaa.

wuchurroo
GAO

"uchurroo" ilaalaa.

wucii ma.
GAO

ilmaan simbiraa yookiin hindaanqoo, ciiciwwii; Adurreen wucii adamsuu jaallatti.

wulii ma.
GAO

walii galtee namni waa? ta'e wal faana .nqjjechuuf yookiin walii hojjechuuf waadaa galu;Wuliidhaan m...

wullee ma.
GAO

mi'a buqqee irraa tolfamu, kan far'soo yookiin bishaan ittiin dhugan; Bishaan Wullee tokko dhugeeti ...

wurde ma.
GAO

ilkee fanxoo kan deddeebi'ee nama dhukkubu.

wusa ma.
GAO

buqqee morma dheeraa qabdu, kan ittiin bishaan  baatan; Ganamaan bishaan wusa tokko waraabbatte. "u...

wuxirachuu go.
GAO

imimmaan haxaawwachuu,haqachuu.

Sponsors