Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
warshallee ma.
GAO

mi'a adda addaa kan warshaa keessatti qophaa'u; Saamunaan gosa warshalleeti.

waru
GAO

"waraabessa" ilaalaa.

warwaachisuu
GAO

"watwaachisuu" ilaalaa.

warwaachuu
GAO

"watwaachuu" ilaalaa.

warwaata
GAO

"watwaata" iiaalaa.

warwarrii 2. da.go.
GAO

1. yeroo sirriitti hinbari'in; Ganama warwarrii keessa laga bu'e. 2. yeroo hurriin haphatee lafa qab...

warwarriil ma.
GAO

yeroo roobni darbee darbee roobu; Warwarrii keessa xaafii facaafatu. 2.rooba darbee darbee roobu; Wa...

wasaasaa ma.
GAO

wal gargaaranii baacha; Namicha wasaasaan baatanii mana qorichaa geessan.

wasana ma.
GAO

daarii yookiin daangaa lafaa,. bakka lafti yookiin biyyi ofiifi kan ormaa gargar bawu; wasanaaf dhag...

washakaree ad.
GAO

kadhalabbee, kan jabeenya hinqabne, dhamatuu, makatu; IjooIIeen weeddisa ajjeesaa hinbeektu.

wasiila ma.
GAO

obboleessa abbaa, abbeeraa yookiin adeeraa.

watara ma.
GAO

lafa hinqotamin, urufa,bajjii; Horii wataratti bobbaase. 2. nama ijoollummaa keessa darbe, dargaggee...

watwaachisuu go.
GAO

akka watwaatu gochuu.

watwaachuu
GAO

"watwaatuu" ilaalaa.

watwaata ma.
GAO

iyya dhaanicha yookiin oriisaa sodaatanii of irraa dabarsuuf iyyan; Watwaatni kee kun dhaanicha si h...

watwaatuu go.
GAO

dhaanamuu yookiin oriisaa sodaatanii of irraa dabarsuuf iyyuu, kadhachuu; Gangalattee foon llaattii ...

wawacuu go.
GAO

otoo wal hindhaggeeffatin sagalee ol fuudhanii dubbachuu; Subii (Suubii) kan wawacu simbira.

wawuu 1 ma.dha.
GAO

homaa, hammamuu; Horii wawuu hinqabu.

wawuu 2 da.go.
GAO

lakkii mitii, waawuu; Wawuu, hindhutu jedhe.

wawwaacha
GAO

"watwaata" ilaalaa.

Sponsors