sagalee ol fuudhanii wallee sirba; Namni sagalee mlidhagu wallee walliseeti garaa nama raasa.
wal qixxee, bakka qixxee dhiyaatu yookiin fagaatu; Bakka waltajjiitti yaa'ii bawu.
uffata shammaaneen dhooftu kan beerri yookiin daa'imti uffattu, xibbiqqoo; Tikseen baadiyyaa wandabo...
balleessaa seera bira darbanii hojjetani, yakka; Namni wanjala hojjete of hinabdatu.
mi'a gogaa roobii rraa hoj Jetamu, kan yeroo lolaaf gugsii of irra qaban, gachana, gaalee.