Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
219 Jechoota
urgaa'a ad.
GAO

kari foolii nama gammachiisu qabu.

urgaa'uu go.
GAO

foolii nama gammachiisu kennuu.

urgaawaa
GAO

"urgaa'aa" ilaalaa.

urgaawuu
GAO

"urgaa'uu" ilaalaa.

urgee 1
GAO

"urgoo 1, 2 "  ilaalaa.

Urgee 2 ma.
GAO

iddoo, bakkee.

urgeeffachiisuu go.
GAO

Akka urgeeffatu (urgeeffattu) gochuu.

urgeeffachuu. go.
GAO

waan urgaa'u suufuu, ulachuu. 2. akka urgaawu gochuu.

urgeessaa 1 ma.
GAO

Gosa mukaa.

urgeessaa 2 ma.
GAO

marqaa yeroo ateetee bulfatan, qopheeffatan.

urgeessaa 3 ad.
GAO

kan akka urgaawu godhu.

urgoo 1 ad.
GAO

tan urgooftu; tan fooliin nama gammachiisu.

urgoo 2 ma.
GAO

qimamii dhadhaan dibatan.

urgoo 3
GAO

"itittuu" ilaalaa.

urgooftuu ad.
GAO

tan foolii garii qabdu.

urgufa
GAO

"hurgufa" ilaalaa.

urgufachuu
GAO

"hurgufachuu" ilaalaa.

urgufamaa ad.
GAO

orii gadi raafamaa.

urgufoo
GAO

"hurgufoo" ilaalaa.

urgufsiisuu
GAO

"hurgufsiisuu" ilaala.

Sponsors