Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
219 Jechoota
ulfina dhabuu go.
GAO

kabaja dhabuu, salphachuu.

ulfina ma.
GAO

kabaja, safuu.

ulfina qabaachuu go.
GAO

kabaja qabaachuu.

ulfoo'uu ad.
GAO

ulfa tan taate.

ulmaa
GAO

"hulmaa" ilaalaa.

ulmaa ciisuu
GAO

"hulmaa ciisuu" ilaalaa.

uloo ad.
GAO

guddaa furdaa.

ulumaa
GAO

"hulamaa" ilaalaa.

umbaachoo
GAO

"humbaachoo ilaalaa.

umbaahoo
GAO

"humbaachoo" ilaalaa.

una ma.
GAO

dhangala'aa hidhiin xixiqqeessanii buta.

unacha
GAO

"una" ilaalaa.

unachiisuu go.
GAO

akka unu gochuu.

unachuu go.
GAO

dhangala'aa keessattuu waan akka aannanii xixiqqeessanii dhuguu.

unata
GAO

"unan" ilaalaa.

ungaayee ma.
GAO

midhaan akka ataraa. 2. gosa mukaa.

ungu aalamaa ad.
GAO

midhaan ungulaalame.

ungu aalamuu go.
GAO

midhaan huuba qabu meeshaa diriiraatti naqanii huubni akka gubbati walitti qabamu gochuu.

ungudaawaa
GAO

"ungudaayee" ilaalaa.

ungudaayee ma.
GAO

biqiltuu hundee hinqabne, kan dhuma Arfaasaafi seena gannaa lafa bajjii gabbina qabu keessaa ol biqi...

Sponsors