1. tan sagalee gadi qabattee dubbattu. 2. tan bakka abbaan hinjirretti waayee namaa kaaftee dubbattu...
sagalee gadi qabatanii dubbacha.
sagalee gadi qabatanii waa dubbachuu, sagalee xinneessanii haasa'uu.
cal jechuu, dubbachuu dhiisuu.
wayi irra qaari'a, irra ceha.
kan utaalcha beeku, kuruphisaa.
"utaala" ilaalaa.
"utaalsisuu" ilaalaa.
"qufaa" ilaalaa.
akka utaalu gochuu.
utaaluudhaan kan beekame yookiin beekamte.
bakka jiranii ol of haanii bakka biraatti bu'uu.
"waraabessa" ilaalaa.
1. tuggee jala gocha. 2. gargaarsa kenna.
muka mana walakkaa dhaabanii baaxii yookiin qinaaxxii manaa ittiin tugga'an,utubaa manaa. 2. nama ma...
1. tubaa fala keewwachuu. 2. gargaarsa kennuu.
akka utubu gochuu.
utubaa jala dhaabuu, tugga'uu. 2. gargaaruu, ukuu.