ataakiltii ijji isaa nyaatamu, Kan yammuu bilchaatu bifti isaa bifa birtukaanaa fakkaatu, kan yammuu...
kennaa warri durba (dubaraa intala isaaniitiif gaafa ishiin heerumtu duukaa kennan, geegawoo.
dhibamaan yookiin dadhabaan akka suuta deemu gochuu, faana deemuu; Ani nan muddamaa si tirsuu hind...
mi' a garaa kan bifa diima biluu, kan akka malee lallafu, kan hadhooftuun itti maxxantee jirtu; Dh...
gosa barroo tan yeroo baay'ee waan xuraa'aa irra qubattu; Tisiisni ,reroo baay'ee madaa irraa quba...
akka nama jaamaatti daddarbamaa deemuu; Ifaan deemuu wayya malee, halkan tittimuun gaarii miti.
waan dhaltuun yookiin yartu kan ofii ta'uu ittiin beeksisan, tan ofii; Ishiin niitii tiyya.
gombisaa mana keessa dhaabatu, kan faltii, lemmana yookiin sooyyama irraa hojjetanii dhoqqee looni...
1. rasaasa; qawee yookiin shugguxii keessaa, dhukaafamuu, dhuka'uu, xaaxa' uu. 2. qaccen uka'u...
kan tokkicha duwaa (qofa) taate, qeentee; ,Jaarsi ilkaan tokkee baaqelaa hinnyaatu; "Sadeen gemm...