Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
tibba
GAO

"musiina" ilaalaa.

Tibba tibba
GAO

"takka takka" ilaalaa.

tii fu.
GAO

Sagalee jecha tokko irratti dabalamee jechi sun dubaraaf (dubartiif)dhaabbachuu isaa agarsiisu; Muca...

tiifuu 1 ma.
GAO

bokkaa qaqal'atee dalga roobu; Yammuu ganni raaw'atu bokkaan tiifuu rooba.

tiifuu 2 go.
GAO

bokkaa; qaqal'atee dalga roobu; Roobni tiifuu jalqabe.

tiisisa
GAO

"tisiisa" ilaalaa.

tiksee ad.
GAO

nama horii tiksu; Loon hardha tiksee malee oolan. 2. nama namaaf hojjetu.

tiksiifachuu go.
GAO

Akka namaa tiksu godhachuu; Inni horii na tiksiifataa ture.

tiksiisu go.
GAO

akka tiksu gochuu.

tiksituu
GAO

"tiksee" ilaalaa.

tiksuu go.
GAO

1. loon, hoolaa, re'ee, w.k.f.1afa dheedichaatti (bakkee yookiin dirree horiin ooltutti) eeguu. 2. h...

tilmaamuu go.
GAO

bittaafi gurgurtaa keessatti wanni tokko horii ammamii akka baasu se'uu, shallaguu, gammatuu. 2. akk...

tima ma.
GAO

1. humnaa itti bu'iisa, akka nama ija hinqabnee itti dirma. 2. muddamaan dafanii wal faana ol seena;...

timboo
GAO

"tamboo" ilaalaa.

timjii ma.
GAO

bakka tokko bakka biraa irraa yookiin biyya tokko biyya biraa irraa waan addaan foyu yookiin gargar ...

timuu.go.
GAO

muddamaan wal faana dafanii ol seenuu.

tinfuu go.
GAO

cuqqaaluu, duuchuu; Qaawwaa kana carqii wayii itti tinfuu wayya.

tirachuu go.
GAO

dhibamariii, dadhabanii yookiin dhibaa'anii suuta suuta deemuu.

tirannaa ma.
GAO

Suuta deemicha.

tirfii ma.
GAO

"bu'aa" ilaalaa. 2. amma barbaachisu kan caalu Kanaa achi tirfii hojjette. 3. arraba darbaa, kan dub...

Sponsors