Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
taruu go.
GAO

bira darbuu, qaxxaamuruu; Namichi tokko asiin fiigaa tare.

tasa 1 ad.
GAO

odoo ittin yaadin,battala, dingata dunyitii; Tasa du'e.

tasa 2 da.go.
GAO

1. achumaan hafuu; Ilmi koo tasa badee hafe. 2. qaruma isaayyuu, sirumaa; Tasa isa argee hinbeeku.

tasa baduu go.
GAO

odoo lafa inni gaye hinbeekamiin akka badeen hafe. 2. bu'aa wayii malee badee lafuu; Abbaanillee baa...

tasa ta'uu go.
GAO

achumaan badee bu'aa wayii malee hafuu, lafa inni gaye wallaalamuu.

tasiboo ma.
GAO

dhukkuba darbaa nama, hantuuta, tafkii, wk f irraa namatti darbu, kan dhaqna nama bulugsu, sammuu na...

teellaa da.go.
GAO

booddee yookiin duukaa; Nama teellaa deemi.

teembirii ma.
GAO

waraqata roga afurii, kan fakkii adda addaa of irraa qabu, kan poostaatti, waraqa iyyataatti, w.k.f....

teepha ma.
GAO

gogaa qaldhatee baqaqfamee dhiisifame; Gaangeen tun wadaroo hinkuttii teephaan hidhaa. 2. gogaa qald...

teermii ma.
GAO

kutaa yeroo barumsaa kan woggaan itti qoodamu; Qorumsa teermii lamattaa darbeera.

teermoomeetira ma.
GAO

mi'a oo'ina ittiin madaalan; Teermoomeetiriidhaan o'ina nama dhukkubsatuu madaalu.

teessisuu go.
GAO

akka taa'u gochuu; Isatu teessisuu dhowwe. 2. lafa taa'umsaa kennuufii, bakka jireenyaa argamsiisuuf...

teessoo
GAO

"teessuma" ilaalaa.

teessuma ma.
GAO

waan irra taa'an, kan akka barcumaa; "Teessuma baduu irra teessuma baduu wayya. 2. iddoo yookiin bak...

telefoonii ma.
GAO

meeehaa humna korreentiitiin sagalee nama shiboo keessaan iddoo tokkoo iddoo biraatti dabarsu, bilbi...

telegiirami ma.
GAO

ergaa telegiraafiidhaan dabarsa , Telegiraamiitu karaa mana silkii siif dhufe.

telegiraafii ma.
GAO

meeshaa umna korreentiitiin ergaa qilleen keeqsa shiboodhaan yookiin shiboo malee dabarsu, Yoo silki...

televijiinii ma.
GAO

meeehaa sanduuqa fakkaatu, kan hum& korreentiitiin sagaleedhafi bifa (fakkii) bakka tokkoo darba...

teyirii ma.
GAO

bineentii daggalaa tan bosonuu irra xinnaattu, tan foon ishii nyaatamu, tan yammuu deemtu akka jabbi...

ti fu.
GAO

sagalee abbaa horii duubaan galee dubbii sana xumuru; Kan kooti; Mana namaati.

Sponsors