Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
Taaksii 2 ma.
GAO

qaraxa yookiin gibira mootummaaf kennamu Taaksii odoo itti hinbaasin miini-gumniruukii siif hinbawu.

taaktikii
GAO

"tooftaa" ilaalaa.

taan ma.dha.
GAO

tana odoo hintaane, kan biraa, kaan; Ishii dhiisii taan fidi.

taanikaa ma.
GAO

mi'a roga afurii kan qo qorroo irraa hojjetamu, kan dhangala'aa amma liitira digdamaatti baachuu dan...

taankii ma.
GAO

konkolaataa waraanaa kan qawwee akka fugaa dheeratu ofi irraa qabu, kan duraa duubi isaa hundi sibii...

taasisa ma.
GAO

wanti yaadame akka ta'u gocha.

taasisaa ad.
GAO

kan wanni yaadame akka ta'u godhu.

taasisuu go.
GAO

wanti tokko akka ta'u yookiin hojiitti akka jijjiiramu gochuu.

taaskii
GAO

"taksiiy" ilaalaa.

taasuu da.go.
GAO

sababa ta'eef, tasa; Taasuu deeman malee silaa hardha as oolu.

taayita ma.
GAO

waan tokko hojjisiisuuf yookiin ajajuuf seeraan dandeettii qabaachuu, aangoo.

taba
GAO

"tapha" ilaalaa.

tabaaluu go.
GAO

jecha gabaabduu mi'ooftu dubbachuu; Dubbii isaa keessatti sitti tabaalu malee hindhiisu.

tabaroo ma.
GAO

waan raaw'achuun isaa seeraan nama irraa barbaadamu; Gibira mootummaa galchuun tabaroo hojiin bu'aa ...

tabba ma.
GAO

lafa yammuu gajjallaadhaa ilaalan asii ol gara irraatti mul'atu, irraan olee; Tabba Yemmuu ba'an haf...

tabtuu ad.
GAO

1. qonjoftuu, roora'aa. 2. kan homaa hinbeekne, garraamii; Nama tabuu wajjin  maqoo (iccitii) hinha...

taf jechuu go.
GAO

ariitiidhaan bakka taa'anii tasa ka'uu,

tafa ma.
GAO

nafa jilbaa olii dirraa gadii kan naannoo gudeedaafi luqqeettuutti argamu; Shugguxiidhaan tafa rukut...

taffaguu
GAO

"fattaguu"  ilaalaa.

tafkii muujalee ma.
GAO

tafkii miillaafi harka namaa seentee gogaa namaa keessatti cinii bortu, muuyalee (muujalee).

Sponsors